Category: daa’imaa waggaa sadiif osoo hindubbatin turuun maatii yaaddesse
-
Daa’imi waggaa sadiif osoo hindubbatin turuun maatii yaaddesse Afaan ingiliffaan haasa’uun mama ta’e.
Daa’imi waggaa sadiif osoo hindubbatin turuun maatii yaaddesse Afaan ingiliffaan haasa’uun mama ta’e. Godina Booranaa Bulchiinsa Magaala Yaaballoo ganda Dhakaa qakhee reera dhaddacha kopheetti daa’imi waggaa sadiif osoo hindubbatin turuun maatii yaaddesse Afaan ingiliffaan haasa’uun mama ta’uu maatiin dubbatan. Dubree Rihooboot Aphee jedhamti Magaala Yaaballoo ganda dhaddacha kopheetti Abbaa isii Aphee Irboofi haadha ishee Gennet…